21 Atini ka nama barsiiftu maafi ufi imbarsiimne? Atini ka inhatina jetteetini nama barsiiftu ma hatta?