15 Adabi worraa aka waan seeri fed'u garaa worraa keesati t'aafani agarsiisa. Qalbiini worraa aka wonti kunini d'uga agarsiifti, waan hojja gari heregi worraa worra himate hojja gari worraa dubbatufi.