3 Tanaafi AABBO Waaqi waan jed'u, Anini aka gaargala isani jala imbaanne isaniti d'ufu, malachu jira. Duuba gaargala argattani, deebitani aka duri kaani kiyyiba iyyaatani.