13 Waaqi kara worraa bane lafa worra iti boojiani suni keesaa baasa. Worrileeni balbala fullo dira suni ch'abse baqata, ammalle hayyuuni worraani deemu AABBO Waaqa.