11 Worri kunini raaga deeme d'arafi kiyyiba odeesu, ka biyyaani, Daad'ifi faarso quuftani jed'u, fed'a.