1 Gaargala akamiti worra sire ira ch'iise waan hamtu malatu d'aqaba! Yo lafti bariite, waan irre qabanifi, waan eda malatani kaani tolchani.