8 Gara Bethlehemu worra erge waan jed'eeni, Beena, gurba aka dansaa barbaada, yo agartani qonqo nati erga, aka anileeni d'aqe isa guddisu.