14 Jennaani Yusufuni kae gurbafi haad'a isaa halkaniini fuud'e lafa Misiriti baqate, haga Herodeni dueti achi tae.