19 Yesoni waan jed'eeni, Keessumaani fuud'a dandeete agabdi? Hiyyo. Haga abbaani fuud'a worra woliini jiru dandaani ufi inagabsani.