Mariko 2:16 - KITAABA WAAQA16 Jari Seera beekhu ka Farisayo, isa nama daba qabuufi jara damoosa guuru woliini sagale nyaatu arginaani, waan jara isatiini jed'e, Inni maafi jara damoosa guurufi nama daba qabu woliini sagale nyaata? jed'ani gaafatani. See the chapter |