22 Biyyiti waan inni barsiise guddo maadefatte, waan inni aka jara Seera beekhu imbarsiimne, ammo aka nama humna qabu barsiiseefi.