5 Wold'aqisa kiyya keesa anini ya hormaatafi nagaya kakhad'eefi, ammalle waan kana la kenneefi, aka worri naa saalfatu. Bara suni worri naa saalfate na sodaate.