4 Akanaani imbeetani, aka anini seera kana isanii kenne, ammalle aka wold'aqisi kiyyafi ka qaalole d'aloota Lawi imbanne.