13 Wonti d'ibiini isani tolchitani tana. Fulla sorio AABBO Waaqa iti baasani deemtani waatani imimaani bootani, wonti akanatiifi inni waan isani baaftanifi deebie imfud'atu.