12 AABBO Waaqi ha gumi Israeli keesaa nama waan kana tolcheefu baase, nami suni waan gochiti teenna AABBO Waaqa Guddaa baaftu deebie keesa inseeniini.