Online Bible

- Advertisements -




Luqaas 12:48 - KITAABA WAAQA

48 Ammo hojattuuni imbeenne, ta waan d'aanicha male tolchitu, d'aanicha diqa argati. Nama waan guddo iti kennani waan guddo ira fed'ani; ka waan guddo harka isati kennani waan hagasi iraa guddo iraa fed'ani.

See the chapter Copy




Luqaas 12:48

Follow us:

Advertisements


Advertisements