8 Isiini aka nami mid'aani, daad'i, d'ad'a, ammalle qarsifi worqi worri kad'acha waaqa Baali jed'ani suni baasu isii kenne, ana inhubbanne.