5 Isiini waan jette, Anini garayoota tiyya gula deema, ta aananifi bisaani naa kennite gaad'a dadansa naa bitte daara na baafte d'ad'afi daad'i naa kennitu.