10 Anini ila garayoota isii durati isi woya iraa hiikhe ch'eersa, nami tokoleeni ka iraa na d'owu injiru.