2 AABBO Waaqati deebia, dubbi dansaani waan jettaniini, Ch'ubbu teenna ch'ufa nuu araarami, kad'acha teenna ch'ufa nuu d'agayi, duuba akuma qara jenne kaani si faarsina.