34 Akanaani worri Israeli waan AABBO Waaqi Musani jed'e ch'ufa tolche. Nami ch'ufti bandera ufi jala qubate, balbala gosa ufi gula godaane.