5 ka hori namaa liqeese tirfi ira infud'anne. Ka gumbo fud'ate nama woma iyyakini dubbi d'araatiini inhimanne. Nama waan akana kana tolchu ch'ufa dandaani inchochoosani.