6 Waan Waaqi kakhatu d'ugefachu malani; kakhuuni isaa sunini qulqullo, aka qarsi maro torba ibida keesati bassani jirti.