12 Ee AABBO Waaqa, kai, ch'ubbicha gaargalchi! Ch'ubbicha suni gaargalchi! Nama gaargala qabu qaabad'i.