Efessoon 6:18 - KITAABA WAAQA18 Waan kana ch'ufa kad'achaani tolfad'a qarqaarsa Waaqa kad'ad'a. Hojja ch'ufa Waaqa kad'ad'a, akuma Lubbuuni isani agarsiiftu. Maro waan kanatifi hojja ch'ufa kurfo eegad'a; ufi injibaatiina, hojja ch'ufa gumi Waaqati kad'ad'a. See the chapter |