17 Tanaafi inni kara ch'ufaani, akuma oboleyaani isaa tahu male, aka qaallu gudda ka d'ugatiifi ka naasu, huji Waaqa keesati tahe daba namaa araaramu.