13 Inni ammalle waan jed'u, Anini abdi tiyya Waaqa ira keyad'a. Ammalle inni waan jed'u, Anini ijoolle Waaqi naa kenne woliini jira.