Online Bible

- Advertisements -




Danieli 8:17 - KITAABA WAAQA

17 Gabrielini d'ufe na bira eje, jennaani anini mudame lafa d'ae. Inni waan nani jed'e namicha, waan daayyani d'ooftu hubad'u. Daayyani waan gaafa muumme lafti taatu d'oofti.

See the chapter Copy




Danieli 8:17

Follow us:

Advertisements


Advertisements