Bible and Study - BibliaTodo
Bibles, commentaries, dictionary, free reading plans, and more...
5.0★★★★★
24 Gaafi kud'annaani suni hayyoota kud'ani ta lafa suni mohattu. Duuba eege hayyu d'ibiti d'ufa, ka hayyoota taani ch'ufa iraa goru; inni hayyoota sadi dabsata.