Danieli 6:24 - KITAABA WAAQA24 Jennaani hayyichi, Jara Danieli hime kaani ch'ufa qaqaba jed'e, worraafi nad'eeni worraatifi ijoolle worrale ch'ufa qaqabani, goda nyeench'a keesati guurani. Ato worri hunda goda suni ingahiini nyeench'i worrati baafate nyaate lafeele ch'ach'abse hobaase. See the chapter |