Online Bible

- Advertisements -




Danieli 4:32 - KITAABA WAAQA

32 namaani gargari si baasani bineensani wolti si galchani, duuba ganna torba atini aka karaaba buuyo nyaatta. Duuba aka Waaqi guddaani lafafi namale ch'ufa fide finna isiile ch'ufa nama fed'u kennu hubata.

See the chapter Copy




Danieli 4:32

Follow us:

Advertisements


Advertisements