Danieli 4:1 - KITAABA WAAQA1 Hayyu Nebukadrezani qonqo tana nama gosa ch'ufatiifi ka d'aloota ch'ufatiifi ka afaani afaani dubbatu, ka lafa keesa jiru ch'ufa iti erge bultiini isani nagaya? Nageenni isani bad'aad'a? jed'e nagaya fuud'e. See the chapter |