Gara Worra Filiphisiiyusii 3:4 - Waadaa Haarawa4 Dhaadachuun ka barbaachisu yoo ta'e ani waan baayi'een dhaadachu'uuf ni dandda'a, seera duubanaan muldhatuun naminni dhaadatu yoo jiraate, ani isa caala'aatti ka ittiin dhaadadhu waan baayi'ee ni qaba. See the chapterWAADAA LAMMATAA4 Ani ammoo fooniin waan hedadhu qaba. Namni biraa eennunillee yoo ta'e, ka fooniin amanatuu waan qabu yoo itti fakkaate natu taraan. See the chapterKitaaba Woyyuu4 Ani ammo fooniin waan hedadhu qaba. Namni biraa eennuunillee yoo ta'e, ka fooniin hedatu waan qabu yoo itti fakkaate natu taraan. See the chapter |