Gara Worra Filiphisiiyusii 3:21 - Waadaa Haarawa21 Inni qaama keenna ka salphate kana jijjiiru'uun qaama isaa ka ulfinnaa akka fakkaatu ni taasisa, kana'llee ka raawwatu, aangoo isaa jala taasisu'uuf huminna isa danddeesisuun. See the chapterWAADAA LAMMATAA21 Innillee nafa keenna salphataa nafa isaa ka ulfinna qabu san akka fakkaatuuf hin jijjiira. See the chapterKitaaba Woyyuu21 Innillee nafa keenna salphataa nafa isaa ka ulfinna qabu san akka fakkaatuuf hin jijjiira. See the chapter |