Gara Worra Filiphisiiyusii 3:13 - Waadaa Haarawa13 Yaa obboleeyyan! Amma'llee akka waan achi gayee titti hin lakkaayu, garuu waan tokko ni raawwadha, waan duuba kiyyaan jiru iraafata'aa ka fuundura kiyyaan jiru qabu'uuf ni hiixadha. See the chapterWAADAA LAMMATAA13 Obboleeyyan tiyya! Haga ammaallee akka waan harkaan gayadheetitti hin laakkayu. Haata'uu ammoo waan tokko hin godha. Waan na duubatti hafe irraanfata'aa ka afoo kiyya jiru qabachu'uuf hiixaadha. See the chapterKitaaba Woyyuu13 Obboleeyyan tiyya! Haga ammaallee akka waan harkaan gayadheetitti hin laakkayu. Haa ta'uu ammo waan tokko godha. Waan na duubatti hafe irraanfata'aa ka afoo kiyya jiru qabachu'uuf hiixadha. See the chapter |
Yaa waaheloota! Ani yeroo isin woliin turetti yeroo maraa ajajamoota akka turttan, gonkumaa amma yeroo isin irraa fagaadhee jirutti caala'atti ajajamoota akka taataniif isin ni yaadachiisa, Kanaaf tokko tokkoon keessan fayyinna keessan muda maleessa taasisu'uuf, soda'aa fi kabajaan hisadha'aatii hojjadhaa.