Gara Worra Filiphisiiyusii 2:4 - Waadaa Haarawa4 Akkuma kana tokkoon tokkoonuu faayiddaa mataa ufii qofa uduu hin ta'in, faayiddaa nama bira'aa'llee haa yaadu. See the chapterWAADAA LAMMATAA4 Namni martinuu waan isa fayyadu hin laalin, waan hiriyyaa isaatii ta'u malee. See the chapterKitaaba Woyyuu4 Namni martinuu waan isa fayyadu hin laalin; waan hiriyyaa isaatii ta'u malee. See the chapter |