Gara Worra Filiphisiiyusii 2:30 - Waadaa Haarawa30 Isin dhiyeennatti argamittanii gargaarssa naaf raawwachuu hin danda'in inni guutu'uuf jedhee, waayee hujii Kristositiif lubbuu isaatiif uduu hin sodaatin haga du'uu titti dhiyaatee ture. See the chapterWAADAA LAMMATAA30 Tajaajila isin naaf kennuu hin dandeenne guutu'uuf jedhee, hujii Kiristoosiitiif jedhee jiruu ufii uduu hin filatin du'uu gaye. See the chapterKitaaba Woyyuu30 Tajaajila isin naaf kennuu hin dandeenne guutu'uuf jedhee hujii Kiristoosiitiif jedhee jiruu ufii uduu hin filatin du'uu gaye. See the chapter |
Yeroo baayi'e'een duubatti deebitanii waayee rakkinna kiyyaatiif yaaduu waan jala qabddaniif, Goofta'aan gammachuun ol aanaa ta'e natti ni dhagayama, kana'llee yoo jedhu waan yaadanii jirttan huji'iin muldhisu'uuf carraa hin arganne ture jechuu kiyya malee, waayee rakkinna kiyyaa yaaduu keessan addaan kuttanii jirttan jechuu kiyyaa miti.