Gara Worra Filiphisiiyusii 2:28 - Waadaa Haarawa28 Kanaaf isin isa laalu'uun akka gammaddanii fi gaddi kiyya'llee akka salphatuuf, isa gara keessan ergu'uuniif caala'atti ni barbaade. See the chapterWAADAA LAMMATAA28 Eegasuu ammallee yoo isa argitaniin, akka gammaddan, anaafille gaddi akka naa salphatu guddisee ariifadhee ergaan. See the chapterKitaaba Woyyuu28 Eegasuu ammallee yoo isa argitaniin akka gammaddan, anaafille gaddi akka naa salphatu guddisee ariifadhee ergaan. See the chapter |