Gara Worra Filiphisiiyusii 2:13 - Waadaa Haarawa13 Waaqinni ajajamummaa isiniif kenna'aa kaayyoo isaa gara muumme'eetiin gayu'uuf, isin keessatti ni hojjata. See the chapterWAADAA LAMMATAA13 Waan fedha isaa mishaa soqu'uu fi raawwachuullee ka isin keessa kaayu Rabbiin waan ta'eef. See the chapterKitaaba Woyyuu13 Waan fedha isaa mishaa soqu'uu fi raawwachuullee ka isin keessa kaayu Rabbiin waan ta'eef. See the chapter |