Gara Worra Filiphisiiyusii 1:25 - Waadaa Haarawa25 Kanatti amantiin ani du'a irraa hafee amantiin keessan akka guddatuu fi gammachuu akka argattaniif, isin mara woliinuu akka turu ni beeka. See the chapterWAADAA LAMMATAA25 Kanniin hubadheeti isin biratti deebi'ee jiraachuun kiyya, isin anaan dhaadachuun keessan, Yesuus Kiristoosiin keessatti akka guddatu. See the chapterKitaaba Woyyuu25 Kanniin hubadhee isin biratti deebi'ee jiraachuun kiyya, isin anaan dhaadachuun keessan, Yesuus Kiristoosiin keessatti akka guddatu. See the chapter |