Gara Worra Filiphisiiyusii 1:20 - Waadaa Haarawa20 Dhugamaanuu akka hin saalifachiifnneef abddi'iin ni eeggadha, garuu akkuma yeroo mara raawwdhuu fi adha lubbu'uun yoo jiraadhe yookiin yoo du'e, Kristos qaama kiyyatti ni kabajama jedhee, uggiinssaan ni dubbadha. See the chapterWAADAA LAMMATAA20 Kun Hawwii kiyyaa fi abdii kiyya waan ta'eef, Waan tokkottillee hin saalfadhu. Haata'uu ammoo lubbu'uun yoo jiraadhe yookiin yoo du'e, Kiristoos jireenna kiyya irratti akka ulfaatu jabeenna guutuu qaba. See the chapterKitaaba Woyyuu20 Kun Hawwii kiyyaa fi abdii kiyya waan ta'eef, waan tokkottillee hin saalfadhu. Haa ta'uu ammo yoo lubbu'uun jiraadhe yookaan yoo du'e, Kiristoos jireenna kiyya irratti akka ulfaatu jabeenna guutuu qaba. See the chapter |
Ani akkana namaaf afaan galuun ka dubbadhu dadhabbinna yaada keessan irraa ka ka'een, durssa kutaawwan qaamota keessan battumma'aa fi tajaajilaa marri hama'aa taasfttanii akkuma dhiyeessitan mara, akkuma kana kutaawwan qaama keessan akka qulqullaayan tajaajilttoota qulqullaayomaa taasisa'aatii dhiyeessa.
Haala kanaan yaanni bakka lamatti qoodamee jira jechu'u. Akkuma kana dubarttiin abbaa worraa titti hin heerumin yookiin durbbi duudaan, foon isi'iitii fi lubbuu isi'iitiin'llee ta Goofta'aaf Qulqullaayome qabddu ta'uuf waan barbaadduuf, yaanni isi'ii ka xiyyeeffatu hujii Gooftaa laalu irratti. Dubarttiin heerumtte garuu gammachiisuufka yaaddu, waayee biyya lafaati.