Yoonaas 1:9 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ9 እንስ፣ “አን እብርቸ ዋቀዮ፣ ዋቀ እሰ ሰሚ፣ ገላናፊ ለፈ ኡሜ ሰነ ዋቄፈቱዸ” ጄዼ ዴብሴ። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo9 Inni immoo,<<Ani Ibricha; Waaqayyoon isa gooftaa ta'ee waaqa irra jiraatu, isa galaanaa fi lafa uume nan waaqeffadha>> jedhee, isaaniif deebise*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa9 Innis, “Ani Ibricha Waaqayyo, Waaqa isa samii, galaanaa fi lafa uume sana waaqeffatuu dha” jedhee deebise. Viz kapitola |