Yoonaas 1:5 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ5 ወር ዶኒ ሰነ ኦፈን ሁንድኑ አከ መሌ ሶዳተኒ ቶኮን ቶኮንሳኒ ዋቀሳኒት እየተን። እሳንስ በኣ ጥኔሱፍ ጄዸኒ ዶኒራ ፌኢሰ ገላነት ገድ ደደርበተን። ዮናስ ገሩ ገራ ዶኒ ሴኔ ጪሴ አችት ህርብን ጉዳን እሰ ቀቤ። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo5 Yeroo sanatti warri markaba oofan in sodaatan; namnis adduma addaan gara Waaqayyo isaatti iyye; akka itti salphatuuf mi'a markabicha irraa galaanatti gad daddarbatan; Yoonaas garuu kutaa markabichaa keessa lixee ciisee, rafees of gatee ture*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa5 Warri doonii sana oofan hundinuu akka malee sodaatanii tokkoon tokkoon isaanii waaqa isaaniitti iyyatan. Isaanis baʼaa xinneessuuf jedhanii doonii irraa feʼiisa galaanatti gad dadarbatan. Yoonaas garuu garaa doonii seenee ciisee achitti hirribni guddaan isa qabe. Viz kapitola |