Yoonaas 1:4 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ4 ዋቀዮ ቡቤ ጀባ ቶኮ ገላነት ኤርጌ፤ ደምበሊን አከ መሌ ጀባን ቶኮ ካናን ዶኒን ሱን ገርገር ጨጨቡ ገኤ። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo4 Yommus Waaqayyo qilleensa jabaa galaanichatti kaase; bubbeen humna-qabeessis galaanichatti waan ka'eef markabichi caccabuu bira ga'e*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa4 Waaqayyo bubbee jabaa tokko galaanatti erge; dambaliin akka malee jabaan tokko kaanaan dooniin sun gargar caccabuu gaʼe. Viz kapitola |