Yoonaas 1:3 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ3 ዮናስ ገሩ ዋቀዮ ዱራ በቀቴ ተርሺሽት ቀጄሌ። እንስ ዮጴት ገድ ቡኤ ዶኒ ገረ ተርሺሽ ዴሙ ቶኮ አርገቴ። ኤርገ ገቲ ጌጅባ ባሴ ቦዴ ዋቀዮ ዱራ ምልቁፍ ጄዼ ዶኒ ያበቴ ተርሺሽት እመሌ። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo3 Yoonaas garuu isa dhiisee, fuula Waaqayyoo duraa mandara Tarshiishitti baqachuudhaaf ka'e; mandara Yopheetti gad bu'ee markaba Tarshiish dhaqu argate; inni warra markabichaa wajjin adeemuudhaaf gatii isaa baafatee, fuula Waaqayyoo duraa gara Tarshiishitti sokkuudhaaf keessa in lixe*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa3 Yoonaas garuu Waaqayyo duraa baqatee Tarshiishitti qajeele. Innis Yoopheetti gad buʼee doonii gara Tarshiish deemu tokko argate. Erga gatii geejjibaa baasee booddee Waaqayyo duraa miliquuf jedhee doonii yaabbatee Tarshiishitti imale. Viz kapitola |