Yoonaas 1:2 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ2 “ሰበቢ ሀምንሼ ፉለኮ ዱረ ዹፌፍ፣ ገረ ነነዌ መጋላ ጉድቲ ዸቂቲ እሼዻን ሞርሙዻን እት ለለብ።” Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo2 <<Ka'i, gara Nanawwee mandara guddittii dhaqi! Hamminni namoota ishee guddatee na bira waan ga'eef, irratti labsi!>> jedhe. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa2 “Sababii hamminni ishee fuula koo dura dhufeef, gara Nanawwee magaalaa guddittii dhaqiitii isheedhaan mormuudhaan itti lallabi.” Viz kapitola |