Yooʼeel 1:9 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ9 ኬናን ምዻኒቲፊ ዽባዩን መነ ዋቀዮራ ጭተኒሩ። ሉቦትን ፉለ ዋቀዮ ዱረ ተጃጅለን ቦኣ ጅሩ። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo9 Kennaan nyaataa fi dhugaatii mana Waaqayyoo irraa in cite, kanaaf luboonni warri Waaqayyo gooftaadhaaf hojjetan gaddanii in boo'u*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa9 Kennaan midhaaniitii fi dhibaayyuun mana Waaqayyoo irraa citaniiru. Luboonni fuula Waaqayyoo dura tajaajilan booʼaa jiru. Viz kapitola |