Yooʼeel 1:7 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ7 እን ሙከ ወይኒኮ ኦንሴ ሀርቡኮስ በርበዴሴረ። እን ቆለሳኒራ ቁንጭሴ ለፈት ገቴ ደሜሌሳኒ ዱዋ ሀምብሴ። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo7 inni dhaabaa waynii koo in onse, muka harbuu koos gad in cire; qola isaanii irraa quncisee gate, dameen isaaniis addaatee hafe; Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa7 Inni muka wayinii koo onsee harbuu koos barbadeesseera. Inni qola isaanii irraa quncisee lafatti gatee dameelee isaanii duwwaa hambise. Viz kapitola |