Yooʼeel 1:6 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ6 ሰብን ጀባን አከ መሌ ባይኤን ቶኮ ብየኮ ዌረሬረ፤ እን እልካን ሌንጫ፣ ቀርፋ ሌንጨ ዸላ ቀበ። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo6 Sabni jabaanii fi lakkoobsi isaa dhuma hin qabne biyya koo irratti dhufeera; ilkaan isaa akka ilkaan leencaa ti, qarrifaan isaas akka qarrifaa leenca dhalaa ti*; Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa6 Sabni jabaan akka malee baayʼeen tokko biyya koo weerareera; inni ilkaan leencaa, qarriffaa leenca dhalaa qaba. Viz kapitola |