Yooʼeel 1:5 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ5 ያ መቾፍቶተ፣ ከኣቲ ቦኣ! እስን ወር ዳዺ ወይኒ ዹግደን ሁንድኑ ወዋዻ፤ ሰበቢ ዳዺ ወይኒ ሃራቲፍ ወዋዻ፤ እን አፋንኬሰንራ ቡተሜራቲ። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo5 Isin warri machooftuun dammaqaatii boo'aa! Daadhiin waynii isin irraa waan citeef, isin warri daadhii waynii dhugdan hundinuu, cuunfaa wayniitiif boo'aa! Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa5 Yaa machooftota, kaʼaatii booʼaa! Isin warri daadhii wayinii dhugdan hundinuu wawwaadhaa; sababii daadhii wayinii haaraatiif wawwaadhaa; inni afaan keessan irraa butameeraatii. Viz kapitola |